The Quran in Oromo - Surah Fatiha translated into Oromo, Surah Al-Fatihah in Oromo. We provide accurate translation of Surah Fatiha in Oromo - أورومو, Verses 7 - Surah Number 1 - Page 1.

| بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ (1) Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin |
| الْحَمْدُ لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ (2) Faaruun hundi kan Rabbii Gooftaa aalamaati |
| الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ (3) Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa |
| مَالِكِ يَوْمِ الدِّينِ (4) Abbaa (mootii) guyyaa murtii |
| إِيَّاكَ نَعْبُدُ وَإِيَّاكَ نَسْتَعِينُ (5) Si qofa gabbarra; Si qofa gargaarsifannas |
| اهْدِنَا الصِّرَاطَ الْمُسْتَقِيمَ (6) Daandii sirrii nu qajeelchi |
| صِرَاطَ الَّذِينَ أَنْعَمْتَ عَلَيْهِمْ غَيْرِ الْمَغْضُوبِ عَلَيْهِمْ وَلَا الضَّالِّينَ (7) Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan isaan irratti hin dallanaminiifi hin jallatinii (nu qajeelchi) |