The Quran in Oromo - Surah Kafirun translated into Oromo, Surah Al-Kafirun in Oromo. We provide accurate translation of Surah Kafirun in Oromo - أورومو, Verses 6 - Surah Number 109 - Page 603.

| قُلْ يَا أَيُّهَا الْكَافِرُونَ (1) Jedhi: "yaa warra Rabbitti kafartan |
| لَا أَعْبُدُ مَا تَعْبُدُونَ (2) Ani waan isin gabbartan hin gabbaru |
| وَلَا أَنتُمْ عَابِدُونَ مَا أَعْبُدُ (3) Isinis waan ani gabbaru kan gabbartan hin taane |
| وَلَا أَنَا عَابِدٌ مَّا عَبَدتُّمْ (4) Anis waan isin gabbartan (fuula duras) kan gabbaruu miti |
| وَلَا أَنتُمْ عَابِدُونَ مَا أَعْبُدُ (5) Isinis waan ani gabbaru (fuula duras) kan gabbartanii miti |
| لَكُمْ دِينُكُمْ وَلِيَ دِينِ (6) Isiniif amantiin keessan jira; anaafis amantiin kiyya jira |