The Quran in Oromo - Surah Nasr translated into Oromo, Surah An-Nasr in Oromo. We provide accurate translation of Surah Nasr in Oromo - أورومو, Verses 3 - Surah Number 110 - Page 603.
إِذَا جَاءَ نَصْرُ اللَّهِ وَالْفَتْحُ (1) Yeroo tumsi Rabbiitiifi banamiinsi (Makkaa) dhufe |
وَرَأَيْتَ النَّاسَ يَدْخُلُونَ فِي دِينِ اللَّهِ أَفْوَاجًا (2) Namootas garee gareedhaan diinii Rabbii keessa kan seenan argite |
فَسَبِّحْ بِحَمْدِ رَبِّكَ وَاسْتَغْفِرْهُ ۚ إِنَّهُ كَانَ تَوَّابًا (3) Gooftaa kee faarsuu wajjin qulqulleessi; araaramas Isa irra barbaadInni akkaan tawbaa qeebalaadha |