The Quran in Oromo - Surah Falaq translated into Oromo, Surah Al-Falaq in Oromo. We provide accurate translation of Surah Falaq in Oromo - أورومو, Verses 5 - Surah Number 113 - Page 604.
قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ الْفَلَقِ (1) Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha |
مِن شَرِّ مَا خَلَقَ (2) Hamtuu waan Inni uumee irraa |
وَمِن شَرِّ غَاسِقٍ إِذَا وَقَبَ (3) Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas |
وَمِن شَرِّ النَّفَّاثَاتِ فِي الْعُقَدِ (4) Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas |
وَمِن شَرِّ حَاسِدٍ إِذَا حَسَدَ (5) Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha).” |