The Quran in Oromo - Surah An Nas translated into Oromo, Surah An-Nas in Oromo. We provide accurate translation of Surah An Nas in Oromo - أورومو, Verses 6 - Surah Number 114 - Page 604.

| قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ النَّاسِ (1) Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha |
| مَلِكِ النَّاسِ (2) Mootii namaatti |
| إِلَٰهِ النَّاسِ (3) Gabbaramaa namaatti |
| مِن شَرِّ الْوَسْوَاسِ الْخَنَّاسِ (4) Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa |
| الَّذِي يُوَسْوِسُ فِي صُدُورِ النَّاسِ (5) Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa |
| مِنَ الْجِنَّةِ وَالنَّاسِ (6) Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).” |