×

Surah At-Takwir in Oromo

Quran Oromo ⮕ Surah Takwir

Translation of the Meanings of Surah Takwir in Oromo - أورومو

The Quran in Oromo - Surah Takwir translated into Oromo, Surah At-Takwir in Oromo. We provide accurate translation of Surah Takwir in Oromo - أورومو, Verses 29 - Surah Number 81 - Page 586.

بسم الله الرحمن الرحيم

إِذَا الشَّمْسُ كُوِّرَتْ (1)
Yeroo aduun maramte
وَإِذَا النُّجُومُ انكَدَرَتْ (2)
Yeroo urjiin harcaate
وَإِذَا الْجِبَالُ سُيِّرَتْ (3)
Yeroo gaarreen bakkaa oofamte
وَإِذَا الْعِشَارُ عُطِّلَتْ (4)
Yeroo gaalli rimaan baatii kudhanii dhiifamte (tiksitee malee hafte)
وَإِذَا الْوُحُوشُ حُشِرَتْ (5)
Yeroo bineensonni bosonaa walitti qabamte
وَإِذَا الْبِحَارُ سُجِّرَتْ (6)
Yeroo galaanni qabsiifamte (akka ibiddaatti boba'an)
وَإِذَا النُّفُوسُ زُوِّجَتْ (7)
Yeroo lubbuun hundi qindeeffamte
وَإِذَا الْمَوْءُودَةُ سُئِلَتْ (8)
Yeroo durbi fayyaan awwaalamte gaafatamte
بِأَيِّ ذَنبٍ قُتِلَتْ (9)
Balleessa kamiif akka ajjeefamte
وَإِذَا الصُّحُفُ نُشِرَتْ (10)
Yeroo galmeen (hojii) raabsamte
وَإِذَا السَّمَاءُ كُشِطَتْ (11)
Yeroo samiin buqqifamtee maramte
وَإِذَا الْجَحِيمُ سُعِّرَتْ (12)
Yeroo ibiddi qabsiifamte
وَإِذَا الْجَنَّةُ أُزْلِفَتْ (13)
Yeroo jannanni dhiheeffamte
عَلِمَتْ نَفْسٌ مَّا أَحْضَرَتْ (14)
Lubbuun waan dalagatte beekteetti
فَلَا أُقْسِمُ بِالْخُنَّسِ (15)
(Urjiiwwan) guyyaa badanii halkan mul'ataniinin kakadha
الْجَوَارِ الْكُنَّسِ (16)
(Urjiiwwan) yaa’aa seenaa ta’aniinin (kakadha)
وَاللَّيْلِ إِذَا عَسْعَسَ (17)
Halkaniinis yeroo inni dukkanaa’en (kakadha)
وَالصُّبْحِ إِذَا تَنَفَّسَ (18)
Bariittillee yeroo inni diriiren (kakadha)
إِنَّهُ لَقَوْلُ رَسُولٍ كَرِيمٍ (19)
Dhugumatti, inni (Qur'aanni) kun jecha Ergamaa kabajamaati
ذِي قُوَّةٍ عِندَ ذِي الْعَرْشِ مَكِينٍ (20)
(Ergamaa) abbaa humnaa ta'e, kan Gooftaa Arshii biratti iddoo jabaa qabu
مُّطَاعٍ ثَمَّ أَمِينٍ (21)
Bakka sanatti ajajni isaa fudhatamaafi amanamaa kan ta'e
وَمَا صَاحِبُكُم بِمَجْنُونٍ (22)
Saahibni keessan (Muhammad SAW!) maraataa miti
وَلَقَدْ رَآهُ بِالْأُفُقِ الْمُبِينِ (23)
Dhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa) keessatti isa argee jira
وَمَا هُوَ عَلَى الْغَيْبِ بِضَنِينٍ (24)
Inni (Nabiyyiin) beekumsa fagoo irratti don'aa miti (hin dhoksu)
وَمَا هُوَ بِقَوْلِ شَيْطَانٍ رَّجِيمٍ (25)
Innis (Qur'aanni) jecha sheeyxaana darbamaa miti
فَأَيْنَ تَذْهَبُونَ (26)
Mee eessuma deemtu
إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ (27)
Inni aalama hundaaf gorsa malee homaa miti
لِمَن شَاءَ مِنكُمْ أَن يَسْتَقِيمَ (28)
Nama isin irraa qajeeluma fedheef (gorsa ta'a)
وَمَا تَشَاءُونَ إِلَّا أَن يَشَاءَ اللَّهُ رَبُّ الْعَالَمِينَ (29)
Yoo Rabbiin aalama hundaa fedhe malee isin homaa hin feetanu
❮ Previous Next ❯

Surahs from Quran :

1- Fatiha2- Baqarah
3- Al Imran4- Nisa
5- Maidah6- Anam
7- Araf8- Anfal
9- Tawbah10- Yunus
11- Hud12- Yusuf
13- Raad14- Ibrahim
15- Hijr16- Nahl
17- Al Isra18- Kahf
19- Maryam20- TaHa
21- Anbiya22- Hajj
23- Muminun24- An Nur
25- Furqan26- Shuara
27- Naml28- Qasas
29- Ankabut30- Rum
31- Luqman32- Sajdah
33- Ahzab34- Saba
35- Fatir36- Yasin
37- Assaaffat38- Sad
39- Zumar40- Ghafir
41- Fussilat42- shura
43- Zukhruf44- Ad Dukhaan
45- Jathiyah46- Ahqaf
47- Muhammad48- Al Fath
49- Hujurat50- Qaf
51- zariyat52- Tur
53- Najm54- Al Qamar
55- Rahman56- Waqiah
57- Hadid58- Mujadilah
59- Al Hashr60- Mumtahina
61- Saff62- Jumuah
63- Munafiqun64- Taghabun
65- Talaq66- Tahrim
67- Mulk68- Qalam
69- Al-Haqqah70- Maarij
71- Nuh72- Jinn
73- Muzammil74- Muddathir
75- Qiyamah76- Insan
77- Mursalat78- An Naba
79- Naziat80- Abasa
81- Takwir82- Infitar
83- Mutaffifin84- Inshiqaq
85- Buruj86- Tariq
87- Al Ala88- Ghashiya
89- Fajr90- Al Balad
91- Shams92- Lail
93- Duha94- Sharh
95- Tin96- Al Alaq
97- Qadr98- Bayyinah
99- Zalzalah100- Adiyat
101- Qariah102- Takathur
103- Al Asr104- Humazah
105- Al Fil106- Quraysh
107- Maun108- Kawthar
109- Kafirun110- Nasr
111- Masad112- Ikhlas
113- Falaq114- An Nas