×

Surah Al-Burooj in Oromo

Quran Oromo ⮕ Surah Buruj

Translation of the Meanings of Surah Buruj in Oromo - أورومو

The Quran in Oromo - Surah Buruj translated into Oromo, Surah Al-Burooj in Oromo. We provide accurate translation of Surah Buruj in Oromo - أورومو, Verses 22 - Surah Number 85 - Page 590.

بسم الله الرحمن الرحيم

وَالسَّمَاءِ ذَاتِ الْبُرُوجِ (1)
Samii abbaa orbitii urjiitiin (nan kakadha)
وَالْيَوْمِ الْمَوْعُودِ (2)
Guyyaa beellamamaanis
وَشَاهِدٍ وَمَشْهُودٍ (3)
Ragaa ba'aafi warra ragaan itti ba'amuunis (nan kakadhaa)
قُتِلَ أَصْحَابُ الْأُخْدُودِ (4)
Warri boollaa abaaraman
النَّارِ ذَاتِ الْوَقُودِ (5)
(Warri) ibidda boba’aa
إِذْ هُمْ عَلَيْهَا قُعُودٌ (6)
Yeroo isaan ishee irra taa'an
وَهُمْ عَلَىٰ مَا يَفْعَلُونَ بِالْمُؤْمِنِينَ شُهُودٌ (7)
Isaan waan mu'imintootatti hojjatan irratti hirmaattota
وَمَا نَقَمُوا مِنْهُمْ إِلَّا أَن يُؤْمِنُوا بِاللَّهِ الْعَزِيزِ الْحَمِيدِ (8)
Rabbii injifataa, faarfamaatti amanuu malee homaa isaan irraa haaloo hin ba’anne
الَّذِي لَهُ مُلْكُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ وَاللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ شَهِيدٌ (9)
(Rabbiin) Isa mootummaan samiifi dachii Isaaf ta'eedhaRabbiin waan hunda irratti ragaadha
إِنَّ الَّذِينَ فَتَنُوا الْمُؤْمِنِينَ وَالْمُؤْمِنَاتِ ثُمَّ لَمْ يَتُوبُوا فَلَهُمْ عَذَابُ جَهَنَّمَ وَلَهُمْ عَذَابُ الْحَرِيقِ (10)
Dhugumatti, isaan mu'imintoota dhiiraafi dubartootaa rakkisanii ergasii gara Rabbii isaanii kan hin deebi'Islaamni (hin tawbatin) isaaniif adabbii jahannamtu jira; ammas isaaniif adabbii gubaatu jira
إِنَّ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَهُمْ جَنَّاتٌ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ ۚ ذَٰلِكَ الْفَوْزُ الْكَبِيرُ (11)
Dhugumatti, isaan amananii gaggaarii hojjatan, isaaniif ashaakiltiiwwan laggeen jala ishee yaatutu jiraSun milkii guddaadha
إِنَّ بَطْشَ رَبِّكَ لَشَدِيدٌ (12)
Dhugumatti, qabaan Gooftaa keetii daran cimaadha
إِنَّهُ هُوَ يُبْدِئُ وَيُعِيدُ (13)
Inni Isumatu [uumama] jalqaba; (du'a boodas) ni deebisa
وَهُوَ الْغَفُورُ الْوَدُودُ (14)
Inni akkaan araaramaa, akkaan jaalataadha
ذُو الْعَرْشِ الْمَجِيدُ (15)
(Inni) abbaa Arshiiti; guddaadha
فَعَّالٌ لِّمَا يُرِيدُ (16)
Waan fedhe akkaan hojjataadha
هَلْ أَتَاكَ حَدِيثُ الْجُنُودِ (17)
Sila oduun humna waraanaa si ga'eeraa
فِرْعَوْنَ وَثَمُودَ (18)
(Waraana) Fir'awniifi Samuud
بَلِ الَّذِينَ كَفَرُوا فِي تَكْذِيبٍ (19)
Dhugumatti, isaan kafaran kijibsiisuu keessa jiru
وَاللَّهُ مِن وَرَائِهِم مُّحِيطٌ (20)
Rabbiin immoo duuba isaanii irraan marsaadha
بَلْ هُوَ قُرْآنٌ مَّجِيدٌ (21)
Dhugumatti, inni Qur'aana guddaadha
فِي لَوْحٍ مَّحْفُوظٍ (22)
Luuhii tiikfamaa keessa jira
❮ Previous Next ❯

Surahs from Quran :

1- Fatiha2- Baqarah
3- Al Imran4- Nisa
5- Maidah6- Anam
7- Araf8- Anfal
9- Tawbah10- Yunus
11- Hud12- Yusuf
13- Raad14- Ibrahim
15- Hijr16- Nahl
17- Al Isra18- Kahf
19- Maryam20- TaHa
21- Anbiya22- Hajj
23- Muminun24- An Nur
25- Furqan26- Shuara
27- Naml28- Qasas
29- Ankabut30- Rum
31- Luqman32- Sajdah
33- Ahzab34- Saba
35- Fatir36- Yasin
37- Assaaffat38- Sad
39- Zumar40- Ghafir
41- Fussilat42- shura
43- Zukhruf44- Ad Dukhaan
45- Jathiyah46- Ahqaf
47- Muhammad48- Al Fath
49- Hujurat50- Qaf
51- zariyat52- Tur
53- Najm54- Al Qamar
55- Rahman56- Waqiah
57- Hadid58- Mujadilah
59- Al Hashr60- Mumtahina
61- Saff62- Jumuah
63- Munafiqun64- Taghabun
65- Talaq66- Tahrim
67- Mulk68- Qalam
69- Al-Haqqah70- Maarij
71- Nuh72- Jinn
73- Muzammil74- Muddathir
75- Qiyamah76- Insan
77- Mursalat78- An Naba
79- Naziat80- Abasa
81- Takwir82- Infitar
83- Mutaffifin84- Inshiqaq
85- Buruj86- Tariq
87- Al Ala88- Ghashiya
89- Fajr90- Al Balad
91- Shams92- Lail
93- Duha94- Sharh
95- Tin96- Al Alaq
97- Qadr98- Bayyinah
99- Zalzalah100- Adiyat
101- Qariah102- Takathur
103- Al Asr104- Humazah
105- Al Fil106- Quraysh
107- Maun108- Kawthar
109- Kafirun110- Nasr
111- Masad112- Ikhlas
113- Falaq114- An Nas