The Quran in Oromo - Surah Adiyat translated into Oromo, Surah Al-Adiyat in Oromo. We provide accurate translation of Surah Adiyat in Oromo - أورومو, Verses 11 - Surah Number 100 - Page 599.

| وَالْعَادِيَاتِ ضَبْحًا (1) (Faradoo jihaadaa) harganaa guluftuunin (kakadha) | 
| فَالْمُورِيَاتِ قَدْحًا (2) (Isaan yeroo gulufan kottee isaaniitiin) ibidda qabsiisaniin | 
| فَالْمُغِيرَاتِ صُبْحًا (3) (Isaan) bariidhaan (diina irratti) weerara adeemsisanitti | 
| فَأَثَرْنَ بِهِ نَقْعًا (4) Isaan dhukkee ol kaasanitti | 
| فَوَسَطْنَ بِهِ جَمْعًا (5) Isaan (weeraraan) gamtaa diinaa walakkeessaniin [kakadha] | 
| إِنَّ الْإِنسَانَ لِرَبِّهِ لَكَنُودٌ (6) Dhugumatti, namni (hedduun) Gooftaa isaa mormaadha | 
| وَإِنَّهُ عَلَىٰ ذَٰلِكَ لَشَهِيدٌ (7) Inni kana irratti ragaadha | 
| وَإِنَّهُ لِحُبِّ الْخَيْرِ لَشَدِيدٌ (8) Inni (namni) qabeenya jaalachuutti cimaadha | 
| ۞ أَفَلَا يَعْلَمُ إِذَا بُعْثِرَ مَا فِي الْقُبُورِ (9) Sila inni yeroo wanti qabroota keessa jiran hundi baafaman sana hin beekuu | 
| وَحُصِّلَ مَا فِي الصُّدُورِ (10) Yeroo wanti qoma keessa jiran (hundi) ifa baafaman (hin beekuu) | 
| إِنَّ رَبَّهُم بِهِمْ يَوْمَئِذٍ لَّخَبِيرٌ (11) Dhugumatti, Gooftan isaanii guyyaa san isaan beekaadha |