The Quran in Oromo - Surah Zalzalah translated into Oromo, Surah Az-Zalzalah in Oromo. We provide accurate translation of Surah Zalzalah in Oromo - أورومو, Verses 8 - Surah Number 99 - Page 599.

| إِذَا زُلْزِلَتِ الْأَرْضُ زِلْزَالَهَا (1) Yeroo dachiin sochii ishee sosochoote | 
| وَأَخْرَجَتِ الْأَرْضُ أَثْقَالَهَا (2) Akkasumas, (yeroo) dachiin ba'aa ishee baafte | 
| وَقَالَ الْإِنسَانُ مَا لَهَا (3) Namni "sila isheen maal taate?" jedhe | 
| يَوْمَئِذٍ تُحَدِّثُ أَخْبَارَهَا (4) Guyyaa san (dachiin) oduu ishee ni odeessiti | 
| بِأَنَّ رَبَّكَ أَوْحَىٰ لَهَا (5) [Kunis] Waan Gooftaan kee isheetti beeksisa godheef | 
| يَوْمَئِذٍ يَصْدُرُ النَّاسُ أَشْتَاتًا لِّيُرَوْا أَعْمَالَهُمْ (6) Guyyaa san namoonni hojii isaanii agarsiifamuuf jecha garee gareen (bakka dhaabbii irraa) deebi’u | 
| فَمَن يَعْمَلْ مِثْقَالَ ذَرَّةٍ خَيْرًا يَرَهُ (7) Namni (hanga) madaala atomii toltuu dalage isuma arga | 
| وَمَن يَعْمَلْ مِثْقَالَ ذَرَّةٍ شَرًّا يَرَهُ (8) Namni (hanga) madaala atomii hamtuu dalages isuma arga |