The Quran in Oromo - Surah Takathur translated into Oromo, Surah At-Takathur in Oromo. We provide accurate translation of Surah Takathur in Oromo - أورومو, Verses 8 - Surah Number 102 - Page 600.
أَلْهَاكُمُ التَّكَاثُرُ (1) Baay’ifachuun (ibaadaa irraa) isin jaataneesse (shaagale) |
حَتَّىٰ زُرْتُمُ الْمَقَابِرَ (2) Hanga awwaala dhaqxanitti (duutanitti) |
كَلَّا سَوْفَ تَعْلَمُونَ (3) Dhorgamaa! Fuula dura beekuuf jirtu |
ثُمَّ كَلَّا سَوْفَ تَعْلَمُونَ (4) Ergasiis dhorgamaa! Fuula dura beekuuf jirtu |
كَلَّا لَوْ تَعْلَمُونَ عِلْمَ الْيَقِينِ (5) Dhugumatti, odoo beekumsa mirkanaa’aa beektanii (hin shaagalamtanu ture) |
لَتَرَوُنَّ الْجَحِيمَ (6) Dhugumatti ibidda ni argitu |
ثُمَّ لَتَرَوُنَّهَا عَيْنَ الْيَقِينِ (7) Ergasii argaa mirkanaa’aa arguuf jirtu |
ثُمَّ لَتُسْأَلُنَّ يَوْمَئِذٍ عَنِ النَّعِيمِ (8) Ergasii dhugumatti guyyaa san qananii irraa gaafatamuuf jirtu |