The Quran in Oromo - Surah Al Asr translated into Oromo, Surah Al-Asr in Oromo. We provide accurate translation of Surah Al Asr in Oromo - أورومو, Verses 3 - Surah Number 103 - Page 601.

| وَالْعَصْرِ (1) Yeroonin kakadha | 
| إِنَّ الْإِنسَانَ لَفِي خُسْرٍ (2) Dhugumatti, namni hunduu hoongoo keessa jira | 
| إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ وَتَوَاصَوْا بِالْحَقِّ وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ (3) Isaan amanan, gaggaarii dalagan, haqa walii dhaamaniifi obsa walii dhaaman malee (warri hafan hoongoo guddaa keessa jiru) |