The Quran in Oromo - Surah Humazah translated into Oromo, Surah Al-Humazah in Oromo. We provide accurate translation of Surah Humazah in Oromo - أورومو, Verses 9 - Surah Number 104 - Page 601.

| وَيْلٌ لِّكُلِّ هُمَزَةٍ لُّمَزَةٍ (1) Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e |
| الَّذِي جَمَعَ مَالًا وَعَدَّدَهُ (2) Isa qabeenya walitti qabee lakkaa'e |
| يَحْسَبُ أَنَّ مَالَهُ أَخْلَدَهُ (3) Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu |
| كَلَّا ۖ لَيُنبَذَنَّ فِي الْحُطَمَةِ (4) Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira |
| وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْحُطَمَةُ (5) Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise |
| نَارُ اللَّهِ الْمُوقَدَةُ (6) (Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha |
| الَّتِي تَطَّلِعُ عَلَى الْأَفْئِدَةِ (7) Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha |
| إِنَّهَا عَلَيْهِم مُّؤْصَدَةٌ (8) Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha |
| فِي عَمَدٍ مُّمَدَّدَةٍ (9) Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama) |