The Quran in Oromo - Surah Al Fil translated into Oromo, Surah Al-Fil in Oromo. We provide accurate translation of Surah Al Fil in Oromo - أورومو, Verses 5 - Surah Number 105 - Page 601.
أَلَمْ تَرَ كَيْفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِأَصْحَابِ الْفِيلِ (1) Sila Gooftan kee Abbootii Arbaa irratti akkam akka dalage hin arginee |
أَلَمْ يَجْعَلْ كَيْدَهُمْ فِي تَضْلِيلٍ (2) Sila tooftaa isaanii dhabama hin goonee? (godheera) |
وَأَرْسَلَ عَلَيْهِمْ طَيْرًا أَبَابِيلَ (3) Simbira garee gareedhaan isaanitti erge |
تَرْمِيهِم بِحِجَارَةٍ مِّن سِجِّيلٍ (4) Dhagaalee xuubii (suphee gubamte) irraa taate isaanitti darbatti |
فَجَعَلَهُمْ كَعَصْفٍ مَّأْكُولٍ (5) Akka alalaa (okaa) nyaatamee isaan taasise |