The Quran in Oromo - Surah Quraysh translated into Oromo, Surah Quraysh in Oromo. We provide accurate translation of Surah Quraysh in Oromo - أورومو, Verses 4 - Surah Number 106 - Page 602.

| لِإِيلَافِ قُرَيْشٍ (1) Qurayshota barsiisuuf | 
| إِيلَافِهِمْ رِحْلَةَ الشِّتَاءِ وَالصَّيْفِ (2) Fe’annaa gannaafi bonaa isaan barsiisuuf jecha (warra arbaa balleesse) | 
| فَلْيَعْبُدُوا رَبَّ هَٰذَا الْبَيْتِ (3) Kanaafuu Gooftaa mana kanaa haa gabbaranu | 
| الَّذِي أَطْعَمَهُم مِّن جُوعٍ وَآمَنَهُم مِّنْ خَوْفٍ (4) Isa beela irraa isaan nyachiseefi sodaa irraa isaan tasgabbeesse |