The Quran in Oromo - Surah Maun translated into Oromo, Surah Al-Maun in Oromo. We provide accurate translation of Surah Maun in Oromo - أورومو, Verses 7 - Surah Number 107 - Page 602.
أَرَأَيْتَ الَّذِي يُكَذِّبُ بِالدِّينِ (1) Isa qormaata sobsiisu argitee |
فَذَٰلِكَ الَّذِي يَدُعُّ الْيَتِيمَ (2) Sun isa yatiima humnaan deebisu |
وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ (3) Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne |
فَوَيْلٌ لِّلْمُصَلِّينَ (4) Warra salaataniif badiin mirkanaa’e |
الَّذِينَ هُمْ عَن صَلَاتِهِمْ سَاهُونَ (5) Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan |
الَّذِينَ هُمْ يُرَاءُونَ (6) Isaan warra (dalagaa namatti) agarsiifataniif |
وَيَمْنَعُونَ الْمَاعُونَ (7) Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e) |