القرآن باللغة أورومو - سورة الماعون مترجمة إلى اللغة أورومو، Surah Maun in Oromo. نوفر ترجمة دقيقة سورة الماعون باللغة أورومو - Oromo, الآيات 7 - رقم السورة 107 - الصفحة 602.

| أَرَأَيْتَ الَّذِي يُكَذِّبُ بِالدِّينِ (1) Isa qormaata sobsiisu argitee | 
| فَذَٰلِكَ الَّذِي يَدُعُّ الْيَتِيمَ (2) Sun isa yatiima humnaan deebisu | 
| وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ (3) Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne | 
| فَوَيْلٌ لِّلْمُصَلِّينَ (4) Warra salaataniif badiin mirkanaa’e | 
| الَّذِينَ هُمْ عَن صَلَاتِهِمْ سَاهُونَ (5) Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan | 
| الَّذِينَ هُمْ يُرَاءُونَ (6) Isaan warra (dalagaa namatti) agarsiifataniif | 
| وَيَمْنَعُونَ الْمَاعُونَ (7) Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e) |