القرآن باللغة أورومو - سورة الزلزلة مترجمة إلى اللغة أورومو، Surah Zalzalah in Oromo. نوفر ترجمة دقيقة سورة الزلزلة باللغة أورومو - Oromo, الآيات 8 - رقم السورة 99 - الصفحة 599.
إِذَا زُلْزِلَتِ الْأَرْضُ زِلْزَالَهَا (1) Yeroo dachiin sochii ishee sosochoote |
وَأَخْرَجَتِ الْأَرْضُ أَثْقَالَهَا (2) Akkasumas, (yeroo) dachiin ba'aa ishee baafte |
وَقَالَ الْإِنسَانُ مَا لَهَا (3) Namni "sila isheen maal taate?" jedhe |
يَوْمَئِذٍ تُحَدِّثُ أَخْبَارَهَا (4) Guyyaa san (dachiin) oduu ishee ni odeessiti |
بِأَنَّ رَبَّكَ أَوْحَىٰ لَهَا (5) [Kunis] Waan Gooftaan kee isheetti beeksisa godheef |
يَوْمَئِذٍ يَصْدُرُ النَّاسُ أَشْتَاتًا لِّيُرَوْا أَعْمَالَهُمْ (6) Guyyaa san namoonni hojii isaanii agarsiifamuuf jecha garee gareen (bakka dhaabbii irraa) deebi’u |
فَمَن يَعْمَلْ مِثْقَالَ ذَرَّةٍ خَيْرًا يَرَهُ (7) Namni (hanga) madaala atomii toltuu dalage isuma arga |
وَمَن يَعْمَلْ مِثْقَالَ ذَرَّةٍ شَرًّا يَرَهُ (8) Namni (hanga) madaala atomii hamtuu dalages isuma arga |