القرآن باللغة أورومو - سورة الهُمَزَة مترجمة إلى اللغة أورومو، Surah Humazah in Oromo. نوفر ترجمة دقيقة سورة الهُمَزَة باللغة أورومو - Oromo, الآيات 9 - رقم السورة 104 - الصفحة 601.
وَيْلٌ لِّكُلِّ هُمَزَةٍ لُّمَزَةٍ (1) Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e |
الَّذِي جَمَعَ مَالًا وَعَدَّدَهُ (2) Isa qabeenya walitti qabee lakkaa'e |
يَحْسَبُ أَنَّ مَالَهُ أَخْلَدَهُ (3) Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu |
كَلَّا ۖ لَيُنبَذَنَّ فِي الْحُطَمَةِ (4) Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira |
وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْحُطَمَةُ (5) Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise |
نَارُ اللَّهِ الْمُوقَدَةُ (6) (Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha |
الَّتِي تَطَّلِعُ عَلَى الْأَفْئِدَةِ (7) Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha |
إِنَّهَا عَلَيْهِم مُّؤْصَدَةٌ (8) Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha |
فِي عَمَدٍ مُّمَدَّدَةٍ (9) Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama) |