×

Adamoon galaanaafi nyaanni isaa itti fayyadama keessaniifi daldaltootaatiif jecha isiniif eeyyamameeraWaan hidhannaa 5:96 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Al-Ma’idah ⮕ (5:96) ayat 96 in Oromo

5:96 Surah Al-Ma’idah ayat 96 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Al-Ma’idah ayat 96 - المَائدة - Page - Juz 7

﴿أُحِلَّ لَكُمۡ صَيۡدُ ٱلۡبَحۡرِ وَطَعَامُهُۥ مَتَٰعٗا لَّكُمۡ وَلِلسَّيَّارَةِۖ وَحُرِّمَ عَلَيۡكُمۡ صَيۡدُ ٱلۡبَرِّ مَا دُمۡتُمۡ حُرُمٗاۗ وَٱتَّقُواْ ٱللَّهَ ٱلَّذِيٓ إِلَيۡهِ تُحۡشَرُونَ ﴾
[المَائدة: 96]

Adamoon galaanaafi nyaanni isaa itti fayyadama keessaniifi daldaltootaatiif jecha isiniif eeyyamameeraWaan hidhannaa Hajjii keessa jirtanuun adamoon lafa irraa isin irratti haraama godhameRabbii isa gara Isaatti oofamtanu sodaadhaa

❮ Previous Next ❯

ترجمة: أحل لكم صيد البحر وطعامه متاعا لكم وللسيارة وحرم عليكم صيد البر, باللغة أورومو

﴿أحل لكم صيد البحر وطعامه متاعا لكم وللسيارة وحرم عليكم صيد البر﴾ [المَائدة: 96]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek