×

Yeroo ati raajii wahiitiin isaanitti hin dhufin "Maaliif ishee hin finne (hin 7:203 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Al-A‘raf ⮕ (7:203) ayat 203 in Oromo

7:203 Surah Al-A‘raf ayat 203 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Al-A‘raf ayat 203 - الأعرَاف - Page - Juz 9

﴿وَإِذَا لَمۡ تَأۡتِهِم بِـَٔايَةٖ قَالُواْ لَوۡلَا ٱجۡتَبَيۡتَهَاۚ قُلۡ إِنَّمَآ أَتَّبِعُ مَا يُوحَىٰٓ إِلَيَّ مِن رَّبِّيۚ هَٰذَا بَصَآئِرُ مِن رَّبِّكُمۡ وَهُدٗى وَرَحۡمَةٞ لِّقَوۡمٖ يُؤۡمِنُونَ ﴾
[الأعرَاف: 203]

Yeroo ati raajii wahiitiin isaanitti hin dhufin "Maaliif ishee hin finne (hin uumne)?" jedhu"Wanti ani hordofu waan Gooftaa kiyya biraa gara kiyyatti beeksifame qofa(Qur’aanni) kun ragaa ifa bahaa Gooftaa keessan irraa ta'e kan ummata amananiif qajeelfamaafi rahmata ta’ee dha" jedhi

❮ Previous Next ❯

ترجمة: وإذا لم تأتهم بآية قالوا لولا اجتبيتها قل إنما أتبع ما يوحى, باللغة أورومو

﴿وإذا لم تأتهم بآية قالوا لولا اجتبيتها قل إنما أتبع ما يوحى﴾ [الأعرَاف: 203]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek