×

Dhugumatti, isaannan waan Nuti buufne kan ragaawwan ifa ta’aniifi qajeelfama irraa ta’e 2:159 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Al-Baqarah ⮕ (2:159) ayat 159 in Oromo

2:159 Surah Al-Baqarah ayat 159 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Al-Baqarah ayat 159 - البَقَرَة - Page - Juz 2

﴿إِنَّ ٱلَّذِينَ يَكۡتُمُونَ مَآ أَنزَلۡنَا مِنَ ٱلۡبَيِّنَٰتِ وَٱلۡهُدَىٰ مِنۢ بَعۡدِ مَا بَيَّنَّٰهُ لِلنَّاسِ فِي ٱلۡكِتَٰبِ أُوْلَٰٓئِكَ يَلۡعَنُهُمُ ٱللَّهُ وَيَلۡعَنُهُمُ ٱللَّٰعِنُونَ ﴾
[البَقَرَة: 159]

Dhugumatti, isaannan waan Nuti buufne kan ragaawwan ifa ta’aniifi qajeelfama irraa ta’e erga kitaabicha (keenya) keessatti namootaaf addeessinee booda dhoksan, warra san Rabbiin isaan abaara; warri abaaranus isaan abaaru

❮ Previous Next ❯

ترجمة: إن الذين يكتمون ما أنـزلنا من البينات والهدى من بعد ما بيناه, باللغة أورومو

﴿إن الذين يكتمون ما أنـزلنا من البينات والهدى من بعد ما بيناه﴾ [البَقَرَة: 159]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek