×

(Isaan) warra namoonni isaaniin “Namoonni isiniif (waraana) walitti qabanii jiruu sodaadhaa” jennaan 3:173 Oromo translation

Quran infoOromoSurah al-‘Imran ⮕ (3:173) ayat 173 in Oromo

3:173 Surah al-‘Imran ayat 173 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah al-‘Imran ayat 173 - آل عِمران - Page - Juz 4

﴿ٱلَّذِينَ قَالَ لَهُمُ ٱلنَّاسُ إِنَّ ٱلنَّاسَ قَدۡ جَمَعُواْ لَكُمۡ فَٱخۡشَوۡهُمۡ فَزَادَهُمۡ إِيمَٰنٗا وَقَالُواْ حَسۡبُنَا ٱللَّهُ وَنِعۡمَ ٱلۡوَكِيلُ ﴾
[آل عِمران: 173]

(Isaan) warra namoonni isaaniin “Namoonni isiniif (waraana) walitti qabanii jiruu sodaadhaa” jennaan iimaana isaaniif dabalee “ga’aan keenya Rabbii, isarratti hirkachuun toleera” jedhaniidha

❮ Previous Next ❯

ترجمة: الذين قال لهم الناس إن الناس قد جمعوا لكم فاخشوهم فزادهم إيمانا, باللغة أورومو

﴿الذين قال لهم الناس إن الناس قد جمعوا لكم فاخشوهم فزادهم إيمانا﴾ [آل عِمران: 173]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek