×

Nuti Kitaaba irraa waan isa duraatiif dhugoomsaafi isa irrattis tiksaa ta'ee Qur’aana 5:48 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Al-Ma’idah ⮕ (5:48) ayat 48 in Oromo

5:48 Surah Al-Ma’idah ayat 48 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Al-Ma’idah ayat 48 - المَائدة - Page - Juz 6

﴿وَأَنزَلۡنَآ إِلَيۡكَ ٱلۡكِتَٰبَ بِٱلۡحَقِّ مُصَدِّقٗا لِّمَا بَيۡنَ يَدَيۡهِ مِنَ ٱلۡكِتَٰبِ وَمُهَيۡمِنًا عَلَيۡهِۖ فَٱحۡكُم بَيۡنَهُم بِمَآ أَنزَلَ ٱللَّهُۖ وَلَا تَتَّبِعۡ أَهۡوَآءَهُمۡ عَمَّا جَآءَكَ مِنَ ٱلۡحَقِّۚ لِكُلّٖ جَعَلۡنَا مِنكُمۡ شِرۡعَةٗ وَمِنۡهَاجٗاۚ وَلَوۡ شَآءَ ٱللَّهُ لَجَعَلَكُمۡ أُمَّةٗ وَٰحِدَةٗ وَلَٰكِن لِّيَبۡلُوَكُمۡ فِي مَآ ءَاتَىٰكُمۡۖ فَٱسۡتَبِقُواْ ٱلۡخَيۡرَٰتِۚ إِلَى ٱللَّهِ مَرۡجِعُكُمۡ جَمِيعٗا فَيُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمۡ فِيهِ تَخۡتَلِفُونَ ﴾
[المَائدة: 48]

Nuti Kitaaba irraa waan isa duraatiif dhugoomsaafi isa irrattis tiksaa ta'ee Qur’aana gara keetti buufneerraWaan Rabbiin buuseen gidduu isaaniitti murteessiDhugaa waan sitti dhufe irraa dabuun fedha lubbuu isaanii hin hordofinHundumaafuu seera shari’aatiifi karaa ifa ta’e taasifnee jirraRabbiin odoo fedhee ummata tokko isin taasisa tureGaruu waan isiniif kenne keessatti isin qormaatuuf (addaan isin baase)Hojii gaarii keessatti wal dorgomaaHunda taatanii deebiin keessan gara RabbiitiWaan isin isa keessatti wal dhabaa turtanis isinitti hima

❮ Previous Next ❯

ترجمة: وأنـزلنا إليك الكتاب بالحق مصدقا لما بين يديه من الكتاب ومهيمنا عليه, باللغة أورومو

﴿وأنـزلنا إليك الكتاب بالحق مصدقا لما بين يديه من الكتاب ومهيمنا عليه﴾ [المَائدة: 48]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek