×

Ammas "gidduu isaaniitti waan Rabbiin buuseen murteessiFedhii lubbuu isaaniis hin hordofinGarii waan 5:49 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Al-Ma’idah ⮕ (5:49) ayat 49 in Oromo

5:49 Surah Al-Ma’idah ayat 49 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Al-Ma’idah ayat 49 - المَائدة - Page - Juz 6

﴿وَأَنِ ٱحۡكُم بَيۡنَهُم بِمَآ أَنزَلَ ٱللَّهُ وَلَا تَتَّبِعۡ أَهۡوَآءَهُمۡ وَٱحۡذَرۡهُمۡ أَن يَفۡتِنُوكَ عَنۢ بَعۡضِ مَآ أَنزَلَ ٱللَّهُ إِلَيۡكَۖ فَإِن تَوَلَّوۡاْ فَٱعۡلَمۡ أَنَّمَا يُرِيدُ ٱللَّهُ أَن يُصِيبَهُم بِبَعۡضِ ذُنُوبِهِمۡۗ وَإِنَّ كَثِيرٗا مِّنَ ٱلنَّاسِ لَفَٰسِقُونَ ﴾
[المَائدة: 49]

Ammas "gidduu isaaniitti waan Rabbiin buuseen murteessiFedhii lubbuu isaaniis hin hordofinGarii waan Rabbiin gara keetti buusee irraas akka si hin deebifne, isaan eeggadhu" (jechuudhaan buufne)Yoo isaan (sirraa) gara galan, Rabbiin garii badii isaaniitiin isaan tuquu (adabuu) barbaada jechuu beekiDhugumatti, hedduun namoota irraa ta'e finciltoota

❮ Previous Next ❯

ترجمة: وأن احكم بينهم بما أنـزل الله ولا تتبع أهواءهم واحذرهم أن يفتنوك, باللغة أورومو

﴿وأن احكم بينهم بما أنـزل الله ولا تتبع أهواءهم واحذرهم أن يفتنوك﴾ [المَائدة: 49]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek