×

Akka isin akeekkachiisuuf jecha gorsi Rabbii keessan irraa nama isin irraa ta'e 7:69 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Al-A‘raf ⮕ (7:69) ayat 69 in Oromo

7:69 Surah Al-A‘raf ayat 69 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Al-A‘raf ayat 69 - الأعرَاف - Page - Juz 8

﴿أَوَعَجِبۡتُمۡ أَن جَآءَكُمۡ ذِكۡرٞ مِّن رَّبِّكُمۡ عَلَىٰ رَجُلٖ مِّنكُمۡ لِيُنذِرَكُمۡۚ وَٱذۡكُرُوٓاْ إِذۡ جَعَلَكُمۡ خُلَفَآءَ مِنۢ بَعۡدِ قَوۡمِ نُوحٖ وَزَادَكُمۡ فِي ٱلۡخَلۡقِ بَصۜۡطَةٗۖ فَٱذۡكُرُوٓاْ ءَالَآءَ ٱللَّهِ لَعَلَّكُمۡ تُفۡلِحُونَ ﴾
[الأعرَاف: 69]

Akka isin akeekkachiisuuf jecha gorsi Rabbii keessan irraa nama isin irraa ta'e irratti (bu'ee) isinitti dhufuu dinqisiifattanii? Yeroo Inni ummata Nuuh booda bakka bu’oota isin taasiseefi uumama keessattis bal'ina isiniif dabale yaadadhaaAkka milkooftaniif jecha ni’imaa Rabbii yaadadhaa

❮ Previous Next ❯

ترجمة: أو عجبتم أن جاءكم ذكر من ربكم على رجل منكم لينذركم واذكروا, باللغة أورومو

﴿أو عجبتم أن جاءكم ذكر من ربكم على رجل منكم لينذركم واذكروا﴾ [الأعرَاف: 69]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek