×

Rabbiin manneen keessan irraa iddoo teessumaa isiniif godheGogaa beyladaa irraas manneen guyyaa 16:80 Oromo translation

Quran infoOromoSurah An-Nahl ⮕ (16:80) ayat 80 in Oromo

16:80 Surah An-Nahl ayat 80 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah An-Nahl ayat 80 - النَّحل - Page - Juz 14

﴿وَٱللَّهُ جَعَلَ لَكُم مِّنۢ بُيُوتِكُمۡ سَكَنٗا وَجَعَلَ لَكُم مِّن جُلُودِ ٱلۡأَنۡعَٰمِ بُيُوتٗا تَسۡتَخِفُّونَهَا يَوۡمَ ظَعۡنِكُمۡ وَيَوۡمَ إِقَامَتِكُمۡ وَمِنۡ أَصۡوَافِهَا وَأَوۡبَارِهَا وَأَشۡعَارِهَآ أَثَٰثٗا وَمَتَٰعًا إِلَىٰ حِينٖ ﴾
[النَّحل: 80]

Rabbiin manneen keessan irraa iddoo teessumaa isiniif godheGogaa beyladaa irraas manneen guyyaa imala deemtaniifi guyyaa mana jireenya keessaniis salphifattan isiniif taasiseeraAkkasumas suufa hoolaa, rifeensa gaalaafi rifeensa re’ee irraas hanga yerootiif meeshaafi faa’idaalee (isiniif godheera)

❮ Previous Next ❯

ترجمة: والله جعل لكم من بيوتكم سكنا وجعل لكم من جلود الأنعام بيوتا, باللغة أورومو

﴿والله جعل لكم من بيوتكم سكنا وجعل لكم من جلود الأنعام بيوتا﴾ [النَّحل: 80]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek