×

Sila akka Allaahn wantoota dachii keessa jiraniifi dooniwwan galaana keessa daakan ajaja 22:65 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Al-hajj ⮕ (22:65) ayat 65 in Oromo

22:65 Surah Al-hajj ayat 65 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Al-hajj ayat 65 - الحج - Page - Juz 17

﴿أَلَمۡ تَرَ أَنَّ ٱللَّهَ سَخَّرَ لَكُم مَّا فِي ٱلۡأَرۡضِ وَٱلۡفُلۡكَ تَجۡرِي فِي ٱلۡبَحۡرِ بِأَمۡرِهِۦ وَيُمۡسِكُ ٱلسَّمَآءَ أَن تَقَعَ عَلَى ٱلۡأَرۡضِ إِلَّا بِإِذۡنِهِۦٓۚ إِنَّ ٱللَّهَ بِٱلنَّاسِ لَرَءُوفٞ رَّحِيمٞ ﴾
[الحج: 65]

Sila akka Allaahn wantoota dachii keessa jiraniifi dooniwwan galaana keessa daakan ajaja Isaatiin isiniif mijeesse hin arginee? Eeyyama Isaatiin yoo ta'e malee akka samiin dachii irratti hin kufne qabaRabbiin namootaaf akkaan mararfataa, rahmata godhaadha

❮ Previous Next ❯

ترجمة: ألم تر أن الله سخر لكم ما في الأرض والفلك تجري في, باللغة أورومو

﴿ألم تر أن الله سخر لكم ما في الأرض والفلك تجري في﴾ [الحج: 65]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek