×

Namoonni yeroo rakkoon isaan tuqu gara Isaatti tawbaa deebi’uun Gooftaa isaanii kadhatuSana 30:33 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Ar-Rum ⮕ (30:33) ayat 33 in Oromo

30:33 Surah Ar-Rum ayat 33 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Ar-Rum ayat 33 - الرُّوم - Page - Juz 21

﴿وَإِذَا مَسَّ ٱلنَّاسَ ضُرّٞ دَعَوۡاْ رَبَّهُم مُّنِيبِينَ إِلَيۡهِ ثُمَّ إِذَآ أَذَاقَهُم مِّنۡهُ رَحۡمَةً إِذَا فَرِيقٞ مِّنۡهُم بِرَبِّهِمۡ يُشۡرِكُونَ ﴾
[الرُّوم: 33]

Namoonni yeroo rakkoon isaan tuqu gara Isaatti tawbaa deebi’uun Gooftaa isaanii kadhatuSana booda yeroo inni rahmata Isa biraa ta’e isaan dhandhamsiise immoo, yeroma san gareen isaan irraa ta’e Rabbii isaaniitti (wanta biraa) qindeessu

❮ Previous Next ❯

ترجمة: وإذا مس الناس ضر دعوا ربهم منيبين إليه ثم إذا أذاقهم منه, باللغة أورومو

﴿وإذا مس الناس ضر دعوا ربهم منيبين إليه ثم إذا أذاقهم منه﴾ [الرُّوم: 33]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek