×

Sila shariikota amantii irraa waan Rabbiin isa hin hayyamin karaa isaaniif godhantu 42:21 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Ash-Shura ⮕ (42:21) ayat 21 in Oromo

42:21 Surah Ash-Shura ayat 21 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Ash-Shura ayat 21 - الشُّوري - Page - Juz 25

﴿أَمۡ لَهُمۡ شُرَكَٰٓؤُاْ شَرَعُواْ لَهُم مِّنَ ٱلدِّينِ مَا لَمۡ يَأۡذَنۢ بِهِ ٱللَّهُۚ وَلَوۡلَا كَلِمَةُ ٱلۡفَصۡلِ لَقُضِيَ بَيۡنَهُمۡۗ وَإِنَّ ٱلظَّٰلِمِينَ لَهُمۡ عَذَابٌ أَلِيمٞ ﴾
[الشُّوري: 21]

Sila shariikota amantii irraa waan Rabbiin isa hin hayyamin karaa isaaniif godhantu jiraa? Odoo jechi murtiin (Guyyaa Qiyaamaati jedhu) jiraachuu baatee gidduu isaaniitti ni murteeffama tureMiidhaa hojjattoonni, isaaniif adabbii laalessaatu jira

❮ Previous Next ❯

ترجمة: أم لهم شركاء شرعوا لهم من الدين ما لم يأذن به الله, باللغة أورومو

﴿أم لهم شركاء شرعوا لهم من الدين ما لم يأذن به الله﴾ [الشُّوري: 21]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek