×

Warri “Rabbiin isumatu Masiih ilma Maryami” jedhan dhugumatti kafaraniiruJedhi: "sila yoo Inni 5:17 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Al-Ma’idah ⮕ (5:17) ayat 17 in Oromo

5:17 Surah Al-Ma’idah ayat 17 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Al-Ma’idah ayat 17 - المَائدة - Page - Juz 6

﴿لَّقَدۡ كَفَرَ ٱلَّذِينَ قَالُوٓاْ إِنَّ ٱللَّهَ هُوَ ٱلۡمَسِيحُ ٱبۡنُ مَرۡيَمَۚ قُلۡ فَمَن يَمۡلِكُ مِنَ ٱللَّهِ شَيۡـًٔا إِنۡ أَرَادَ أَن يُهۡلِكَ ٱلۡمَسِيحَ ٱبۡنَ مَرۡيَمَ وَأُمَّهُۥ وَمَن فِي ٱلۡأَرۡضِ جَمِيعٗاۗ وَلِلَّهِ مُلۡكُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِ وَمَا بَيۡنَهُمَاۚ يَخۡلُقُ مَا يَشَآءُۚ وَٱللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيۡءٖ قَدِيرٞ ﴾
[المَائدة: 17]

Warri “Rabbiin isumatu Masiih ilma Maryami” jedhan dhugumatti kafaraniiruJedhi: "sila yoo Inni Masiih ilma Maryam, haadha isaatiifi namoota dachii irra jiran hunda balleesuu fedhe eenyutu Rabbi irraa isin tiksa?" Mootummaan samii, dachiifi wantoota gidduu isaan lamaanii jiran hundaatuu kan RabbiitiWaan fedhe uumaRabbiin waan hunda irratti danda’aadha

❮ Previous Next ❯

ترجمة: لقد كفر الذين قالوا إن الله هو المسيح ابن مريم قل فمن, باللغة أورومو

﴿لقد كفر الذين قالوا إن الله هو المسيح ابن مريم قل فمن﴾ [المَائدة: 17]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek