×

Jedhi (Yaa Muhammad!-SAW): “Nama jallina keessa jiru Rahmaan (jallina inni filate) akkaan 19:75 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Maryam ⮕ (19:75) ayat 75 in Oromo

19:75 Surah Maryam ayat 75 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Maryam ayat 75 - مَريَم - Page - Juz 16

﴿قُلۡ مَن كَانَ فِي ٱلضَّلَٰلَةِ فَلۡيَمۡدُدۡ لَهُ ٱلرَّحۡمَٰنُ مَدًّاۚ حَتَّىٰٓ إِذَا رَأَوۡاْ مَا يُوعَدُونَ إِمَّا ٱلۡعَذَابَ وَإِمَّا ٱلسَّاعَةَ فَسَيَعۡلَمُونَ مَنۡ هُوَ شَرّٞ مَّكَانٗا وَأَضۡعَفُ جُندٗا ﴾
[مَريَم: 75]

Jedhi (Yaa Muhammad!-SAW): “Nama jallina keessa jiru Rahmaan (jallina inni filate) akkaan isaaf haa dabalu; yeroo waan waadaa isaaniif galame, adabbii yookiin Qiyaamaa argan, nama iddoon isaa irra badaafi raayyaa waraanaatti irra dadhabaa ta’e fuulduratti ni beeku

❮ Previous Next ❯

ترجمة: قل من كان في الضلالة فليمدد له الرحمن مدا حتى إذا رأوا, باللغة أورومو

﴿قل من كان في الضلالة فليمدد له الرحمن مدا حتى إذا رأوا﴾ [مَريَم: 75]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek