×

Isaan onnee isaanii keessa dhukkubni (munaafiqummaa) jiru, "naannoon rakkinaa tokko nu tuquu 5:52 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Al-Ma’idah ⮕ (5:52) ayat 52 in Oromo

5:52 Surah Al-Ma’idah ayat 52 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Al-Ma’idah ayat 52 - المَائدة - Page - Juz 6

﴿فَتَرَى ٱلَّذِينَ فِي قُلُوبِهِم مَّرَضٞ يُسَٰرِعُونَ فِيهِمۡ يَقُولُونَ نَخۡشَىٰٓ أَن تُصِيبَنَا دَآئِرَةٞۚ فَعَسَى ٱللَّهُ أَن يَأۡتِيَ بِٱلۡفَتۡحِ أَوۡ أَمۡرٖ مِّنۡ عِندِهِۦ فَيُصۡبِحُواْ عَلَىٰ مَآ أَسَرُّواْ فِيٓ أَنفُسِهِمۡ نَٰدِمِينَ ﴾
[المَائدة: 52]

Isaan onnee isaanii keessa dhukkubni (munaafiqummaa) jiru, "naannoon rakkinaa tokko nu tuquu sodaanna" jedhaa, isaan (gargaaruu) keessatti kan ariifatan agartaRabbiin injifannoo yookiin murtii isa biraa ta’e fidee, waan lubbuu isaanii keessatti gadi qabatan irratti gaabbitoota ta'uun isaanii mirkanaa'eera

❮ Previous Next ❯

ترجمة: فترى الذين في قلوبهم مرض يسارعون فيهم يقولون نخشى أن تصيبنا دائرة, باللغة أورومو

﴿فترى الذين في قلوبهم مرض يسارعون فيهم يقولون نخشى أن تصيبنا دائرة﴾ [المَائدة: 52]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek