×

Waan (dur) nyaatan keessatti isaan amananii gaggaariis hojjatan yeroo (Rabbiin) sodaatanii (Isatti) 5:93 Oromo translation

Quran infoOromoSurah Al-Ma’idah ⮕ (5:93) ayat 93 in Oromo

5:93 Surah Al-Ma’idah ayat 93 in Oromo (أورومو)

Quran with Oromo translation - Surah Al-Ma’idah ayat 93 - المَائدة - Page - Juz 7

﴿لَيۡسَ عَلَى ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ جُنَاحٞ فِيمَا طَعِمُوٓاْ إِذَا مَا ٱتَّقَواْ وَّءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ ثُمَّ ٱتَّقَواْ وَّءَامَنُواْ ثُمَّ ٱتَّقَواْ وَّأَحۡسَنُواْۚ وَٱللَّهُ يُحِبُّ ٱلۡمُحۡسِنِينَ ﴾
[المَائدة: 93]

Waan (dur) nyaatan keessatti isaan amananii gaggaariis hojjatan yeroo (Rabbiin) sodaatanii (Isatti) amananii gaggaariis hojjatan, ergasii (Rabbiin) sodaatanii (Isatti) amanan; ammas (Rabbiin) sodaataniifi (dalagaa) tolchan irra badiin hin jiruRabbiin toltuu hojjattoota ni jaalata

❮ Previous Next ❯

ترجمة: ليس على الذين آمنوا وعملوا الصالحات جناح فيما طعموا إذا ما اتقوا, باللغة أورومو

﴿ليس على الذين آمنوا وعملوا الصالحات جناح فيما طعموا إذا ما اتقوا﴾ [المَائدة: 93]

❮ Previous Next ❯

Verse in more languages

Transliteration Bangla Bosnian German English Persian French Hindi Indonesian Kazakh Dutch Russian Spanish Turkish Urdu Uzbek