القرآن باللغة أورومو - سورة المسد مترجمة إلى اللغة أورومو، Surah Masad in Oromo. نوفر ترجمة دقيقة سورة المسد باللغة أورومو - Oromo, الآيات 5 - رقم السورة 111 - الصفحة 603.
تَبَّتْ يَدَا أَبِي لَهَبٍ وَتَبَّ (1) Harki Abuu Lahab lamaan badde[Innis]bade |
مَا أَغْنَىٰ عَنْهُ مَالُهُ وَمَا كَسَبَ (2) Qabeenyi isaatiifi wanti inni hores isa hin fayyanne |
سَيَصْلَىٰ نَارًا ذَاتَ لَهَبٍ (3) Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira |
وَامْرَأَتُهُ حَمَّالَةَ الْحَطَبِ (4) Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (seenti) |
فِي جِيدِهَا حَبْلٌ مِّن مَّسَدٍ (5) Morma ishee keessa haada quncee temiraa irraa ta'etu jira |