القرآن باللغة أورومو - سورة التين مترجمة إلى اللغة أورومو، Surah Tin in Oromo. نوفر ترجمة دقيقة سورة التين باللغة أورومو - Oromo, الآيات 8 - رقم السورة 95 - الصفحة 597.

| بِّسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ وَالتِّينِ وَالزَّيْتُونِ (1) Tiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha) |
| وَطُورِ سِينِينَ (2) Gaara (Tulluu) Siiniinaatiinis |
| وَهَٰذَا الْبَلَدِ الْأَمِينِ (3) Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha) |
| لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي أَحْسَنِ تَقْوِيمٍ (4) Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii ta'e keessatti isa uumne |
| ثُمَّ رَدَدْنَاهُ أَسْفَلَ سَافِلِينَ (5) Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa ta'etti isa deebifne |
| إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ فَلَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ (6) Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira |
| فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعْدُ بِالدِّينِ (7) Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase) |
| أَلَيْسَ اللَّهُ بِأَحْكَمِ الْحَاكِمِينَ (8) Sila Rabbiin irra murteessaa warra murteessanuu hin taanee |