| وَالسَّمَاءِ وَالطَّارِقِ (1) Samiifi (urjii) halkan dhufaa ta’eenin (kakadha)
 | 
| وَمَا أَدْرَاكَ مَا الطَّارِقُ (2) (Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise
 | 
| النَّجْمُ الثَّاقِبُ (3) (Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha
 | 
| إِن كُلُّ نَفْسٍ لَّمَّا عَلَيْهَا حَافِظٌ (4) Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu
 | 
| فَلْيَنظُرِ الْإِنسَانُ مِمَّ خُلِقَ (5) Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu
 | 
| خُلِقَ مِن مَّاءٍ دَافِقٍ (6) Bishaan utaalaa irraa uumame
 | 
| يَخْرُجُ مِن بَيْنِ الصُّلْبِ وَالتَّرَائِبِ (7) Jidduu dugdaatiifi qomaatii kan ba’u
 | 
| إِنَّهُ عَلَىٰ رَجْعِهِ لَقَادِرٌ (8) Inni isa deebisuu irratti danda’aadha
 | 
| يَوْمَ تُبْلَى السَّرَائِرُ (9) Guyyaa iccitiiwwan ifa ba'an
 | 
| فَمَا لَهُ مِن قُوَّةٍ وَلَا نَاصِرٍ (10) (Gaafas) humnas ta’ee tumsaan isaaf hin jiru
 | 
| وَالسَّمَاءِ ذَاتِ الرَّجْعِ (11) Samii abbaa deddeebiitiinin (kakadha)
 | 
| وَالْأَرْضِ ذَاتِ الصَّدْعِ (12) Dachii dhodhootuunin (kakadha)
 | 
| إِنَّهُ لَقَوْلٌ فَصْلٌ (13) Dhugumatti, inni (Qur'aanni) jecha adda baasaadha
 | 
| وَمَا هُوَ بِالْهَزْلِ (14) Inni qoosaa hin taane
 | 
| إِنَّهُمْ يَكِيدُونَ كَيْدًا (15) Dhugumatti, isaan tooftaa baasu
 | 
| وَأَكِيدُ كَيْدًا (16) Anis tooftaan baasa
 | 
| فَمَهِّلِ الْكَافِرِينَ أَمْهِلْهُمْ رُوَيْدًا (17) Kaafirootaaf yeroo kenniAmmas xinnoo yeroo kenniif
 |