القرآن باللغة أورومو - سورة الضحى مترجمة إلى اللغة أورومو، Surah Duha in Oromo. نوفر ترجمة دقيقة سورة الضحى باللغة أورومو - Oromo, الآيات 11 - رقم السورة 93 - الصفحة 596.
وَالضُّحَىٰ (1) Waareenin (kakadha) |
وَاللَّيْلِ إِذَا سَجَىٰ (2) Halkaniinis yeroo inni callise |
مَا وَدَّعَكَ رَبُّكَ وَمَا قَلَىٰ (3) Gooftaan kee si hin dhiifne; si hin jibbines |
وَلَلْآخِرَةُ خَيْرٌ لَّكَ مِنَ الْأُولَىٰ (4) Dhugumatti, Aakhiraatu addunyaa irra siif caala |
وَلَسَوْفَ يُعْطِيكَ رَبُّكَ فَتَرْضَىٰ (5) Dhugumatti, Rabbiin kee fuula dura (kenna guddaa) siif kenna; ni jaallattas |
أَلَمْ يَجِدْكَ يَتِيمًا فَآوَىٰ (6) Sila yatiima ta’uu si argee si hin hirkifnee |
وَوَجَدَكَ ضَالًّا فَهَدَىٰ (7) Dogoggoraas ta’uu si argee si qajeelche |
وَوَجَدَكَ عَائِلًا فَأَغْنَىٰ (8) Hiyyeessas taatee si argee si duroomse |
فَأَمَّا الْيَتِيمَ فَلَا تَقْهَرْ (9) Yatiima hin hacuucin |
وَأَمَّا السَّائِلَ فَلَا تَنْهَرْ (10) Kadhataas hin ifatin |
وَأَمَّا بِنِعْمَةِ رَبِّكَ فَحَدِّثْ (11) Ni'imaa (qananii) Gooftaa keetiis odeessi |