القرآن باللغة أورومو - سورة القارعة مترجمة إلى اللغة أورومو، Surah Qariah in Oromo. نوفر ترجمة دقيقة سورة القارعة باللغة أورومو - Oromo, الآيات 11 - رقم السورة 101 - الصفحة 600.

| الْقَارِعَةُ (1) Qalbii rukuttuun (Qiyaamaan) |
| مَا الْقَارِعَةُ (2) Qalbii rukuttuun maali |
| وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْقَارِعَةُ (3) Qalbii rukuttuun maal akka taate maaltu si beeksise |
| يَوْمَ يَكُونُ النَّاسُ كَالْفَرَاشِ الْمَبْثُوثِ (4) Guyyaa namni akka billaacha faffacaafamee ta’u |
| وَتَكُونُ الْجِبَالُ كَالْعِهْنِ الْمَنفُوشِ (5) (Guyyaa) gaarreen akka jirbii iddamee (qaasasame) ta'u |
| فَأَمَّا مَن ثَقُلَتْ مَوَازِينُهُ (6) Namni madaalli (hojii) isaa ulfaatte |
| فَهُوَ فِي عِيشَةٍ رَّاضِيَةٍ (7) Inni jireenya jaalatamtuu keessa ta'a |
| وَأَمَّا مَنْ خَفَّتْ مَوَازِينُهُ (8) Namni madaalli (hojii) isaa salphatte immoo |
| فَأُمُّهُ هَاوِيَةٌ (9) Haati isaa “Haawiyaa[]”dha |
| وَمَا أَدْرَاكَ مَا هِيَهْ (10) Isheen (Haawiyaan) maal akka taate maaltu si beeksise |
| نَارٌ حَامِيَةٌ (11) (Isheen) ibidda gubduudha |